Ambaasaaddar Leencoon Itti aanaa Ministiraa Dhimmoota Qoonsilaa Saa’uud Arabiyaa waliin mari’atan
Finfinnee, Muddee 9, 2014 (FBC) – Saa’uud Arabiyaatti ergamaan addaa Ityoophiyaa Ambaasaaddar Leencoo Baatiin Itti aanaa Ministiraa Dhimmoota Qoonsilaa Saa’uud Arabiyaa Ambaasaaddar Taamiim Aldoosarii waliin mari’ataniiru.
Hariiroo biyyoota lameenii fi dhimma lammiilee Ityoophiyaa Saa’uud Arabiyaatti argamanii ilaalchisee mari’achuu isaanii ragaan Ministeera Dhimma Alaarraa argame ni muul’isa.
Naannoo keessan eegaa!
Gara adda waraanaatti duulaa!
Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.