Fana: At a Speed of Life!

Ambaasaaddar Leencoo Baatii hogganaa olaanaa misoomaa Fandii Saa’udii waliin mari’atan

Finfinnee, Waxabajjii 24, 2013 (FBC)- Saa’uud Arabiyaatti Ambaasaaddarri Ityoophiyaa Leencoo Baatii hogganaa olaaaa misoomaa fandii Saa’ud Arabiyaa Al Maarishaadii fi daareektara waliigala oppireeshinii fandii Saa’ud Arabiyaa Injinaar Faayisaal Al Qaxaan waliin mari’ataniiru.

Turtii isaaniin hariiroo biyyoota lamaanii, dhimma tumsa misooma diinagdee Ityoophiyaa dhaabbata fandii Saa’udiirratti mari’aachuusaanii ragaan Saa’ud Arabiyaatti Imbaasii Ityoophiyaarra argamee ni muul’dhisa.

Akkasumas hariiroo Ityoo-Saa’ud faayidaa ummataa fi guddina diinagdee aarifachisuurratti marii taasisaniiru.

Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf:-www.fanabc.com

Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.