Fana: At a Speed of Life!

Ambaasaaddar Hiruut Zammanaa miseensa paarlaamaa Awurooppaa Kiriissoolaa Zachaaroopaaluu waliin marii’atan

Finfinnee, Amajjii 7, 2013 (FBC)- Ambaasaaddar Hiruut Zammanaa miseensa paarlaamaa Awurooppaa Kiriissoolaa Zachaaroopaaluu waliin marii’atan.
Beeljiyaam, Luuksambaargii fi Dhaabbata Gamtaa Afrikaatti ergamtii dhaabbii Ityoophiyaa Ambaasaaddar Hiruut Zammanaa paarlaamaa Awurooppaatti dura teessuu koree qabeenya misoomaa Kiriissoolaa Zachaaroopaaluu waliin marii’ataniiru.
Aanga’oonni lameen dhimmoota biyyaalessaa fi naannoo irratti marii’ataniiru.
Akkasumaas Ambaasaaddar Hiruut dulaa olaantummaa seeraa kabachiisuun naannoo Tigiraayitti gaggeeffameen lamiilee miidhamaniif deeggarsa namoomaa taasisuu, bu’uuraalee misoomaa Juuntaan macha’aan deebisanii dhaabuu fi lammiilee buqqa’an deebisanii dhaabuuf hojiiwwan hojjetaman ibsaniiru.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/ subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.