Fana: At a Speed of Life!

Ambaasaaddar Hiruut Zammanaa Beeljiyaamitti bakka buutuu ejansii invastimantii fi daldalaa Filaandar waliin marii’atan

Finfinnee, Gurraandhala 10, 2013 (FBC)- Ambaasaaddar Hiruut Zammanaa Beeljiyaamitti bakka buutuu ejansii invastimantii fi daldalaa Filaandar waliin marii’ataniiru.
Wayita kana ejansichaaf bakka buutuun Afriikaa Laliisee Betjaas haala mijaata invastimantii Ityoophiyaa jiru irratti ibsa laataniiruu.
Carraa gabaa ilaalchisuun, waliigaltee daldala bilisaa Afrikaa, carraa gabaa Ameerikaan Afriikaaf laatee fi Gamtaan Awurooppaa biyyoota guddinarra jiraniif mirga qaraxarraa bilisaa akkasumas, haala gabaa biyya keessa jiru irratti marii taasisaniiru.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/ subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.