Fana: At a Speed of Life!

Ambaasaaddar Heenook Mana Maree Biyyaalessaa Faransaayitti miseensota garee michuu Ityoophiyaa waliin mari’atan

Finfinnee, Sadaasa 29, 2014 (FBC) – Faransaayitti Ambaasaaddarri Ityoophiyaa Heenook Mana Maree Biyyaalessaa Faransaayitti miseensota garee michuu Ityoophiyaa waliin mari’ataniiru.
Gareen shororkeessaa ABUT Ityoophiyaa diiguuf weerara eegaleen Naannoo Amaaraa fi Afaaritti sarbamni mirga namoomaa hedduun qaqqabuu Ambaasaaddar Heenook miseensota kanneeniif ibsa taasiisaniiru.
Duulli tokkummaa sabdaneessaa Muummee Ministiraa FDRI Abiy Ahimadiin durfamu humnoota garee shororkeessaa ABUT injifachaa jiraachuu ibsaniiru.
Mootummaan bulchiinsa tokkummaa Ityoophiyaa mirkaneessaa jiraachuu kaasaniiru.
Mootummaan Ityoophiyaa ijaarsa sirna diimookiraasii babal’isuu fi fooyya’iinsa diinagdee eegale hojiirra oolchuuf murannoo qabaachuu ibsuu isaanii ragaan Ministeera Dhimma Alaarraa argame ni agarsiisa.
Naannoo keessan eegaa!
Gara adda waraanaatti duulaa!
Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.