Fana: At a Speed of Life!

Ambaasaaddar Burtukaan Ministira Alaa Aljeeriyaa waliin mari’atan

Finfinnee, Sadaasa 29, 2015 (FBC) – Ministir Deetaan Ministeera Dhimmalaa Ambaasaaddar Burtukaan Ayyaanoon Ministira Dhimma Alaa Aljeeriyaa Raamtaan Laamaamraa waliin mari’ataniiru.

Dhimmoota waloo biyyoota lamaanirratti mari’ataniiru.

Akkaataa hariiroo biyyoota lamaanii caalmaatti cimsuun danda’amurratti mari’ataniiru.

Yaa’aa Ministirootaa 5ffaan baatii Bitootessaa keessa Ityoophiyaan qopheessituuf qophiin eegalamu Ambaasaaddar Burtukaan ibsaniiru.

Raamtaan Laamaamraa gama isaaniin, Aljeeriyaa fi Ityoophiyaan hariiroo qaban caalmaatti cimsuuf waloon hojjechuu akka qaban ibsaniiru.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Or/omo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.