Fana: At a Speed of Life!

Amaanaa ummataa yoomiyyuu hin dagannu;Kabajni keenya haqaan ummata tajaajiluudha- Aadde Adaanachi Abeebee

Finfinnee, Adoolessa 6, 2014 (FBC) –Amaanaa ummataa yoomiyyuu hin dagannu;Kabajni keenya haqaan ummata tajaajiluudha, dhugaan yeroo hunda ni injifata jedhan Kantibaan magaalaa Finfinnee Aadde Adaanachi Abeebeen.

Hattoonnii fi kanneen amantaa isaanii gurguran yeroof tattaafatanis hin moo’atan, deeggarsa waaqayyoon hanna qabeenya ummataa teeknooloojiin gaggeeffame baraaruu dandeenyarra jedhan.

Carraan manneen waliin jireenyaa waliin dhahamuu erga shakkamee eegalee qaamolee adeemsa hojii qulqulleessurratti tumsa taasiisan hunda galateeffataniiru.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.