Fana: At a Speed of Life!

“Albiriik” waraqaa ragaa mallattoo daldalaa ramadii idil addunyaa argate

Finfinnee, Mudde 23, 2016 (FBC)- Meeshaan aadaa bishaan qorrisiisu “Albiriik” waraqaa ragaa mallattoo daldalaa ramaddii Idil Addunyaa argachuu Biiroon Aadaa fi Tuuriizimii Beenishaangul Gumuuz Beeksise.

Hoggantuun Biirichaa Aadde Miskiyaa Abdallaan waraqaa ragaa mallattoo daldalaa argachuu meeshichaa hordofee ergaa baga gammaddanii dabarsaniiru.

Biirichi Ministeera Aadaa fi Ispoortii waliin ta’uun meeshaa aadaa bishaan qorrisiisu “Albiriik” mallattoo daldalaa Idil Addunyaa ta’ee akka galmaa’uuf hojjechaa turuu ibsaniiru.

#Oromiyaa #Itiyoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.