Alaabaan Keenya mallattoo Bilisummaa Afrikaanootaati – MM Abiy Ahimad
Finfinnee, Sadaasa 4, 2014 (FBC) – Alaabaan Keenya mallattoo Bilisummaa Afrikaanootaati jedhan Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad.
Mallattoo bilisummaa Ityoophiyaa kan ta’e halluun Magariisaa, Keelloo fi Diimaan Alaabaa Ityoophiyaa biyyoota Afrikaa hedduu bilisummaaf kan kakaase ta’uu Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Fuula miidiyaa Hawaasummaa isaaniin ibsaniiru.
Sababa kanaan Afrikaan dhugaa fi Ityoophiyaa cinaa dhaabbachuu ishee eeraniiru.
Naannoo keessaan eegaa!
Gara adda waraanaatti duulaa!
Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.