Fana: At a Speed of Life!

Akkaatuma waamicha biyyaan keessummoota gara Ityoophiyaa dhufan simachuuf koreen hundaa’uun qophiin xumurame – Obbo Dammaqaa Makonniin

Finfinnee, Muddee 13, 2014 (FBC) – Akkaatuma waamicha biyyaan keessummoota gara Ityoophiyaa dhufan simachuuf koreen biyyaalessaa hundaa’uun qophiin xumuramuu Itti aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Makonniin beeksisaniiru.

Lammiileen Ityoophiyaa, dhalattoonnii fi michuuwwan biyyattii miiliyoonni 1 Ayyaana Qillee Ityoophiyaatti akka kabajan waamicha biyyaa taasiifame hordofee keessummoota kanneen simachuuf koreen biyyaaleessaa hundaa’uun qophii xumuruu obbo Dammaqaan ibsaniiru.

Kanneen waamicha biyyaa fudhachuun tumsa isaanii agarsiisuuf deebii laatan hunda kan dinqisiifatan ta’uu himaniiru.

Naannoo keessan eegaa!

Gara adda waraanaatti duulaa!

Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.