Fana: At a Speed of Life!

Akkaadaamiin Ispoortii Dargaggoota Ityoophiyaa giddugala dandamannaa wal’aanamtoota vaayrasii koroonaa yeroof ta’uun qophaa’e

Finfinnee,Waxabajjii 16, 2012 (FBC) – Akkaadaamiin Ispoortii Dargaggoota Ityoophiyaa giddugala dandamannaa wal’aanamtoota vaayrasii koroonaa yeroof ta’uun qophaa’e.

Akkaadaamiin Ispoortii Dargaggoota Ityoophiyaa giddugala dandamannaa wal’aanamtoota vaayrasii koroonaa yeroof ta’uun qophaa’uu Ministirri Fayyaa Dooktar Liyaa Taaddasaa beeksisaaniiru.

Dooktar Liyaan akkaadaamichi wal’aanamtoota 300 mallattoo salphaa agarsiisanii fi mallattoo takkayyuu kan hin qabne garuu mana isaanii turuuf bakka mijataa warra hin qabne fudhachuuf qophii ta’eera jedhan

Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.