Akka abboota keenyaa yoo wal tumsinee hin tuqamnu-Dooktar Abiy Ahimad
Finfinnee, Caamsaa 15, 2013 (FBC)- Akka abboota keenyaa yoo wal tumsinee homtuu ni xuquu hin danda’uu jechuun Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimid ibsaniiru.
Dooktar Abiy Ahimad, qophii ijaarsa Waldaa Misooma Amaaraa (WMA) jalqabsiisuu Paarkii Tokkummaa keessaatti gaggeeffamaa jiruurratti erga dabarsaniin, Ityoophiyaa keessaa albuudonnii jiraataniis muldhachuurra darbee faayidaarra olchuun akka hin danda’amnee himaniiru.
Paarkii Obbolummaa keessaatti gaggeeffama kan jiru ‘Torbeen Ityoophiyaa’ nyaanni aadaa nama dinqisaasaan dhiyaachuu ibsuun, tumsii, waloon dhaabbachuu fi waldeeggaruu yoo hin jiraannee jijjiirramni dhufuu akka hin dandeenye hubachiisaniiru.
Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.