Akka aadaa keenyaatti namni eebbifame tolaaf kan yaamameedha – MM Abiy Ahimad
Finfinnee, Waxabajjii 26, 2014 (FBC) – Akka aadaa keenyaatti namni eebbifame tolaaf kan yaamameedha jedhan Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad.
Tokkoon tokooo eebbifamtootaa utubbaa guddina biyyaati jedhan.
Kalaqaaf haala mijeessuu, qormaatilee hawaasummaaf furmaata barbaaduu fi namoota hedduudhaaf ifa abdii ta’uufi jechuun ibsan fuula miidiyaa hawaasummaa isaaniin.
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.