Ajandaa Ityoophiyaa diinagdee guddaa ijaaruu taasisuu qabna- MM Abiy Ahimad
Finfinnee, Eebla 28, 2015(FBC)- Ajandaa Ityoophiyaa diinagdee guddaa ijaaruu taasisuu qabna jedhan Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad.
Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad ergaa gama miidiyaa hawaasummaa isaaniin dabarsaniin, biyya badhaateefi hundaaf mijattuu taate ijaaruuf indaastiriiwwan guddisuuniifi dandeettii uumuun akkasumas kalaqaan dabaaluuniifi qormaatilee cehuun ajandaa Ityooophiyaa diinagdee guddaa ijaaruu taasisuu qabna, hin dadhabnus jedhaniiru.
#Oromiyaa #Ityoophiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataan argachuuf;
Teelegiraama https://t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.