Fana: At a Speed of Life!

Ajajni Bahaa leenjitoota 1,300 ol ebbisiise

Finfinnee, Muddee 25, 2012 (FBC) – Ajajni Bahaa Raayyaa Ittisa Biyyaa FDRI miseensota raayyaa ittisaa 1,300 ol ebbisiise.

Ebbifamtoonni kanneen guddina sadarkaa fi ijaarsa dandeettiin baatii 3f leenjii loltummaa fudhataniiru.

Akka gabaasa EBCtti miseensonni raayyaa ittisaa kanneen kaleessa magaalaa Jigjigaatti ebbifamaniiru.

Leenjitoonni ebbifaman kutaa waraanaa fi ajaja hundarraa kan walitti babba’ani.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.