Fana: At a Speed of Life!

Ajajni Bahaa hundeeffama waggaa 47ffaa kabajaa jira

Finfinnee, Qaammee 2, 2016 (FBC) -Raayyaa Ittisa Biyyaatti Ajajni Bahaa hundeeffama waggaa 47ffaa isaa kabajaa jira.
Sirnicharratti Itaamaajoor shuumiin Waliigalaa Raayyaa Ittisa Biyyaa Fiild Maarshaal Biraanuu Juulaa, Ajajaa Humna Qilleensa Itiyoophiyaa Letenaal Jeneraal Yilmaa Mardaasaa fi Pireezidaantii Naannoo Hararii Obbo Ordiin Badrii fi Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Dirre Dhawaa Obbo Kadiir Juhaar argamaniiru.
Nageessoo Kadiiritu gabaase
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.