Fana: At a Speed of Life!

Ajajaan Raayyaa Ittisaa Ityoophiyaa fi Ajajaan Hidhattoota ABUT Naayiroobiitti mari’atan

Finfinnee, Mudde 14, 2015(FBC)-Ajaajaan Raayyaa Ittisaa Ityoophiyaa fi Ajaajaan Hidhattoota ABUT Naayiroobiitti mari’atan.

Ajajoonni kunneen raawwii waliigaltee Piritooriyaarraatti mari’atan.

Marichas Pireezidaantiin duraanii Keeniyaa Uhuuruu Keeniyaattaa fi kanneen biroon gaggeessaaniiru.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Or/omo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.