Fana: At a Speed of Life!

Ajajaan olaanaa waraanaa Hizboollaah haleellaa Israa’eliin ajjeefamuun gabaafame

Finfinnee, Mudde 29, 2016 (FBC)- Ajajaan olaanaa waraanaa Hizboollaah Wiisaam Taawiil haleellaa Israa’eliin ajjeefamuun gabaafame.

Ajaajaan waraanichaa haleellaa xiyyaarra nam-maleessaan (Diroonii) Israa’eel Liibaanos gama Kibbaatti raawwatteen ajjeefamuun eerameera.

Haleellichis Konkolaataa Wiisaam Taawiilii fi miseensota Hizboollaah biroo fe’erratti raawwatamuu kanneen argan wabeeffachuun Rooyitarsi gabaaseera.

Hizboollaan Ajjeefamuu Wiisaam Taawiil mirkaneessus sababa ajjeefamuu isaa eeruurraa of qoqqobuun himameera.

#Oromiyaa #Itiyoophiyaan

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.