Fana: At a Speed of Life!

Agarsiisni baazaarii sanyii filatamaa geggeeffame

Finfinnee, Onkololeessa 5, 2015 (FBC) – Agarsiisni baazaarii sanyii filatamaa magaalaa adaamaa Hoteela Karrayyuutti geggeffameera.

Agarsiisni kunis dhaabbata misoomaa Neezarlaandi SNV jedhamuun kan qophaa’eedha.

Walitti hidhamiinsa dhiheessitoota sanyii filatamaa fi keemikaaalaa irratti qonnan bultoota dhaabbilee dhiheessii garaagaraa waliin oomisha kuduraa fi muduraa daran guddisuuf kan kaayyeffateedha jedhameera.

Agarsiisa baazaarii kanarratti sanyiin filatamaa garaagaraa dhaabbilee dhiyeessi fi oomishtootan kan dhiyaate yoo ta’u qonnaan bultoonnis argamuun baazaaricha daawwataniiru.

Mulugeetaa Girmaatu gabaase.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.