Agarsiifni michummaa Itiyoo – Jibuutii xumurame
Finfinnee, Amajjii 30, 2016 (FBC) – Agarsiifni michummaa Itiyoo – Jibuutii xumurameera.
Agarsiisichi biyyoonnii lamaan seenaa ,aadaa fi hariiroo obbolummaa qaban kan hubachisee ta’uu hirmaatotnni himaniiru.
Xaalayaawwan seenaa qabeessa, suuraaleefi galmeewwan walitti dhuffaanya yeroo dheeraa biyyoota lamaanii mul’isan agarsiisicharratti dhiyaateera.
Agarsiisichi har’a xumurameera.
Muluu Waaqshumeetu gabaase.
#Oromiyaa #Ityoophiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.