Fana: At a Speed of Life!

Agarsiifni Daldalaa mata duree “kan Itiyoophiyaa bitaa” jedhuu xumurame

Finfinnee, Bitootessa 7, 2017(FMC) – Agarsiifni Daldalaa mata duree “kan Itiyoophiyaa bitaa” jedhuun gaggeeffamaa ture xumurameera.

Ministirri Ministeera Daldalaa fi Walitti Hidhamiinsa Naannawaa Dooktar Kaasahuun Goofeen gama miidiyaa hawaasummaa isaaniin, galgala kana sagantaa cuufinsa agarsiisa daldalaa mata duree “kan Itiyoophiyaa bitaa!” Jedhuun qophaa’erratti argamaneerra jedhan.

Agarsiisni Daldalaa kun bitataa fi oomishaa kallattiin wal qunnamsiisuun cinatti pooteenshiyaala Itiyoophiyaan gama al-ergeetiin qabdu beeksisuu keessatti shoora ol’aanaa taphachuu ibsaniiru.

qaamolee agarsiisicharratti hirmaannaa taasisanii fi qindeessaniif beekkamtiin kennamuus eeraniiru.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.