Fana: At a Speed of Life!

Afyaa’ii Taaggasaa Caafoon Lammiilee Godina Goofaatti miidhaan irrra qaqqabe jajjabeessan

Finfinnee, Adoolessa 17, 2016 (FBC)-Afyaa’iin Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataa Obbo Taaggasaa Caafoo fi qondaaltoonni Olaanoo mootummaa Goofaatti lammiilee sababa Sigiga lafaan miidhaan irra qaqqabe jajjabeessaniiru.

Naannoo Kibba Itiyoophiyaa godina Goofaa Aanaa Keenchoo Saachaa ganda Guzditti balaa sigiga lafaa mudateen lubbuun namoota hedduu darbuun ni yaadatama.

Haaluma kanaan jilli Obbo Taaggasaa Caafoon durfamu bakka balichi mudateetti qaamaan argamuun lammiilee miidhaan irra qaqqabe jajjabeessuu TOI gabaaseera.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.