Afrikaatti lakkoofsi namoota COVID-19 qabamanii miiliyoona 4.5 darbe
Finfinnee, Eebila 18, 2013 (FBC)- Afrikaatti lakkoofsi namoota vaayrasii koroonaatin qabamanii miiliyoona 4.5 darbeera.
Biyyattittii lakkoofsi namoota vaayrasiichaan qabamanii aariitiin dabalaa jira jedhameera.
Hanga ammattis vaayrasiichaan lubbuun namoota kuma dhibba 1 fi kuma 20 oli darbeera.
Afrikaa kibbaa, Moorookoo, Tuuniziyaa, Ityoophiyaa fi Gibtsi lakkoofsa olaanaa qabataniiru.
Namoonni miiliyoonni 4 ol ammoo vaayrasicharraa dandamataniiru.
Maddi:-BBC
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com
Yuutyuubiihttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.