Fana: At a Speed of Life!

Afrikaan Kibbaa dhukkubsattoota vaayrasii koroonaa lakkoofsaan heddumaatan galmeessite

Finfinnee, Muddee 5, 2014 (FBC)- Afrikaan Kibbaa sa’aatii 24 keessaatti dhukkubsattoota vaayrasii koroonaa lakkoofsaan heddumaatan galmeessitetti.

Biyyichatti sa’aatii 24 keessaatti qorannoo laabratoorii taasifameen namoonni haaraan kumni 13 fi 992 vaayrasichaan qabamaniru.

Waliigalan lakkoofsi namoota vaayrasichaan qabamanii miiliyoona 3 fi kuma dhibba 1 fi kuma 80 fi 785 qaqqabeera.

Lakkoofsi namoota dhibichaan lubbuun isaanii darbees kuma 90 fi 148 qaqqabuu Ministeerri Fayyaa biyyich a ibseera.

Preezdaantiin biyyatti Siriil Raamaafoosaan vaayrasichaan qabamuun adda of baasuun isaanii ni yaadatama.

Maddi:-SBC

Naannoo keessan eegaa!

Gara adda waraanaatti duulaa!

Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.