Fana: At a Speed of Life!

Afrikaan jala bultii warraqsaa teeknoolojiirra jiraachuu isheef Ityoophiyaan agarsiiftuudha- Daawwattoota

Finfinnee, Onkololeessa 24, 2015 (FBC) – Afrikaan jala bultii warraqsaa teeknoolojiirra jiraachuu isheef Ityoophiyaan agarsiiftuu ta’uu hoggantoonni biyyoota Afrikaa 42 dhufanii gola ambicha daawwatan ibsan.

Hooggantoonni waajjiraalee  Ministeeraa  biyyootaAfrikaa  42 irra walitti babba’an Gola Ambaa saayinsii dawwataniiru.

Hoggantoonni kunneen daawwannaa isaaniitti gammaduu ibsuun, wantoonni gola ambicha kessa jiran Ityoophiyaarra darbee Afrikaa kan boonsuu ta’uu dubbataniiru.

Afrikaan jala bultii warraqsaa teeknoolojiirra jiraachuu isheef Ityoophiyaan agarsiiftuu ta’uu ibsuu isaanii ragaan Bulchiinsa Nageenya Odeeffannoorraa argame ni mul’isa.

Bifuma walfakkaatuun hooggantoonni IGADfi dhaabbilee deeggartootaa gola ambicha dawwachuu ibsameera.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.