Af-Yaa’iiwwan naannolee magaalaa Gaambeellaa galan
Finfinnee, Bitootessa ,2015 (FBC)- Af-Yaa’iiwwan naannolee hundaafi bulchiinsa magaalaa Dirree Dawaa magaalaa Gaambeellaa galuu ibsameera.
Af-Yaa’iiwwan kunneen wayita buufata xiyyaaraa Gaambeellaa gahan Af-Yaa’ii naannoo Gaambeellaa Aadde Baanchaayyoo Dingataafi pireezidaantii naannichaa Obbo Umood Ujuluu dabalatee hoggantoota olaanoo biroo naannichaan simatamaniiru.
Af-Yaa’iiwwan kunneen turtiisaaniin hojiilee misoomaa naannichatti hojjetamaa jiran ni daawwatuun kan eegamu ta’uu ragaan kominikeeshinii naannichaarraa argame ni mul’isa.
#Oromia #Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.