Fana: At a Speed of Life!

Af Yaa’iin Caffee Oromiyaa Aadde Sa’aadaa Abdurahmaan magaalaa Adaamaatti biqiltuu dhaaban

Finfinnee, Adoolessa 11, 2014(FBC)- Af Yaa’iin Caffee Oromiyaa Aadde Sa’aadaa Abdurahmaanii fi miseensonni caffee duula dhaabbii biqiltuu guyyaa tokkotti biqiltuu miiliyoona 400 dhaabuun magaalaa Adaamaatti biqiltuu dhaabaniiru.

Sirnicharratti Aadde Sa’aadaa Abdurahmaanii fi miseensota caffee dabalatee jiraattonni magaalaa Adaamaa hirmaachuu ragaan Caffee Oromiyaarraa argame ni mul’isa.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.