Adwaan dambalii bittaa garbummaa itti qolanneedha-Af Yaa’ii Mana Maree Federeeshinii obbo Agaanyaaw Tashaagar
Finfinnee, Gurraandhala 22, 2014 (FBC)- Injifannoon Adwaa dambalii bittaa garbummaa kan itti qolanneedha jechuun Af Yaa’ii Mana Maree Federeeshinii obbo Agaanyaaw Tashaagar himaniiru.
Waraanni Adwaan waraanaa sabdaneessaa ture, injifannoo waraanichaan argamees dambalii bittaa garbummaa kan itti qolanneedha jedhaniiru.
Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.