Adwaa ilaalchisee mariin dargaggootaa Bishooftuutti gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Guraandhala 21, 2016 (FBC)- Injifannoo Adwaa ilaalchisee mariin dargaggootaa Bulchiinsa Magaalaa Bishooftuutti gaggeeffamaa jira.
Marichis mata duree “Adwaa nageenya waaraa fi ijaarsa biyyaaf” jedhuun qopheessummaa Biiroo Nageenya Oromiyaa fi Biiroo Dargaggoo fi Ispoortii Oromiyaan gaggeeffamaa jira.
Maricharratti dargaggoonni godinaalee Oromiyaa 19 irraa walitti babba’an hirmaachaa jiru.
Rahmaa Ahimaditu gabaase.
#Oromiyaa #Itiyoophiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama https://t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.