Adoolessa 10, 2015 lammiin Ityoophiyaa kamuu mana hin oolu – Dooktar Abiy Ahimad
Finfinnee, Adoolessa 5, 2015 (FBC) – Adoolessa 10, 2015 lammiin Ityoophiyaa kamuu hanga Aduun baate dhiittuutti mana ooluu akka hinqabne Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad dhaamaniiru.
Dhimmi Ashaaraa magariisaa dhimma Ityoophiyaanoota hundaa ta’uu eeraniiru.
Adoolessa 10, 2015 guyyaa tokkotti biqiltuu miiliyoona 500 dhaabuun seenaa haa hojjennu jechuun dhaamaniiru.
Lammiin biyyattii hundi guyyaa tokkotti seenaa dabalataa hojjechuuf qophaa’uu akka qabu yaadachiisaniiru.
#Oromiyaa #Ityoophiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.