Fana: At a Speed of Life!

Adeemsi filannoo hanga ammaatti jiru diimookiraatawaadha – Paartilee morkattootaa

Finfinnee, Waxabajjii 14, 2013 (FBC) – Adeemsi filannoo hanga ammaatti jiru hanqinoonni tokko tokko jiraatanis diimookiraatawaa ta’uu Paartileen morkattootaa ibsan.
Buufataalee tokko tokkotti hanqinno raawwachiiftootaa fi taajjabdootaa jiraachuu ibsaniiru.
Rakkoolee jiran furuuf Boordii Filannoo biyyaalessaa waliin hojjetamaa jiraachuu himaniiru.
Bu’aa filannoo argatan fudhachuuf qophii ta’uu fi komii jiru adeemsa iyyannoo eeguun furuuf kan hojjetan ta’uu himaniiru.
Sintaayyohu Mahaammadiitu gabaase.
Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraamahttps://t.me/afanoromofana
Yuutyuubiihttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.