Fana: At a Speed of Life!

Addunyaarratti lakkoofsi namoota vaayrasii koroonaan du’anii miiliyoona 2 caale

Finfinnee, Amajjii 20, 2013 (FBC) – Addunyaarratti erga weerarri vaayrasii koroonaa muul’atee lakkoofsi namoota ddhibichaan du’anii miiliyoona 2 fi kuma dhibba 1 fi kuma 84 fi 466 ga’eera.

Namoota hanga ammaatti vaayrasichaan qabaman  Miiliyoona dhibba 1 fi miiliyoona 1 fi kuma dhibba 4 fi kuma 48 fi 697 keessaa namoonni miiliyoonni 73 fi kumni dhibbi 3 fi kumni 39 fi 336 dandamataniiru.

Namoonni  kumni dhibbi 1 fi kumni 10 fi 335 wallaansa cimaa keessatti argamu jedhame.

Akka ragaan ‘Worlidoo Meetirs’ irraa argame muul’isuutti Ameerikaa, Hind, Braaziil, Raashiya fi Biriitaaniyaan biyyoota vaayrasichi hedduminaan keessatti babal’ateera.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/ subiskiraayib godhaa.

Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.

Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.