Fana: At a Speed of Life!

Adda Maayixaabriitti diinaarra kisaaraan namoomaa fi meeshaalee cimaan qaqqabe

Finfinnee, Hagayya 11, 2013 (FBC)- Adda Maayixaabriitti diinaarra kisaaraan namoomaa fi meeshaalee cimaan qaqqabeera.
Kutaan waraanaa Teedroos 24ffaan garee shororkeessaa ABUT irratti tarkaanfii cimaa fudhataa jira.
Kanaafis adda Maayixaabriitti diinarraa kisaaraa namoomaa fi meeshaalee qaqqabeera.
Madd:-AMK
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.