Fana: At a Speed of Life!

Adaamaatti namoota humna hin qabne kuma 2 fi 900f deeggarsi taasifame

Finfinnee, Eebila 16, 2014 (FBC) – Magaalaa Adaamaatti Ayyaana Hiikaa sababeeffachuun namoota humna hin qabne kuma 2 fi 900f deeggarsi taasifameera.

Abbootii qabeenyaa magaalichaa hirmaachisuun deeggarsi Birrii miiliyoona 7.5 olitti tilmaamamu taasiifameera jedhameera.

Kaayyoon deeggarsichaa namoota harka qalleeyyii homaa hin qabneef waan qaban qooduun guyyaa ayyaanaa gammachuu qaamolee kanneenii qooddachuuf ta’uu Kaantibaan magaalaa Adaamaa obbo Hayiluu Jaldeen ibsaniiru.

Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyaan odeeffannoo waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.