Fana: At a Speed of Life!

Adaamaan Baahirdaariin Injifatamte

Finfinnee, Waxabajjii 14, 2016 (FBC)-Tapha Piriimiyeer Liigii Itiyoophiyaa torbee 28ffaan Magaalaan Baahirdaar 3 fi 2’n Magaalaa Adaamaa injfateera.

Tapha Piriimiyer Liigichaa Isteediyemii Yuunivarsiitii Hawaasaatti gaggeeffamaa jiruun, sa’aatii 12:00 irratti ammoo Magaalaan Dirree Dhawaa Haadiyyaa Hoosaanaa waliin ni taphatu.

#Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.