Fana: At a Speed of Life!

ABUT qabeenyaa dhaabbata biiznas Gruuppii MSA Birrii miiliyoona 900 olitti tilmaamamu barbadeesse

Finfinnee, Muddee 5, 2014 (FBC)- Gareen shororkeessaa ABUT  qabeenyaa dhaabbata biiznas Gruuppii MSA Birrii miiliyoona 900 olitti tilmaamamu barbadeesseera.

Dhabbatichi miidhaan zayitaa fi oomishaalee dheedhii gara biyya alaatti erguun sharafa alaa kan  argamsiisuudha jedhameera.

Itti aanaan hoji raawwachiisaa dhaabbaticha obbo Taammiraat Moollaa Faanaa Broodkaastiing Koorporeetif akka himaniitti, gareen ABUT wayita magaalaa Komboolchaa weeraree tureetti warshaalee dhaabbaticha magaalichaatti argamaan sadarkaa olaanaa barbadeesseera.

Kanaanis ABUT qabeenya dhaabbata biiznas Gruuppii MSA Birrii miiliyoona 900 olitti tilmaamamu barbadeessuu ibsaniiru.

Bisraat Mangistuutu gabaase

Naannoo keessan eegaa!

Gara adda waraanaatti duulaa!

Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.