Fana: At a Speed of Life!

ABUT nyaata daa’immanii saamuun hidhattootaa isaaf hiraa jira

Finfinnee, Hagayya 19, 2013 (FBC)-Ministeerri Dubartootaa, Daa’immanii fi Daraggoota gareen shororkeessaa ABUT nyaata daa’immaniif seenaan saamuun garee hidhattootaaf hiraa jiru mormeera.
Garichii wayita lolaatti daa’immaan dhibbaa qaamaa fi xiinsammuu irraa gahuu dafanii akka dandamataaniif nyaata deeggarsaan dhiiyataan saamuun hidhattootaasaaf hiraa jiraachuu ibsameera.
Gocha isaa kanaaf hawaasni idil addunyaa akka mormuuf waamichi dhiyaateera.
Daayreektarri dhimmoota seeraa Ministeerichaa obbo Darajjee Taagaaybaluu akka ibsanitti, deeggarsichi daa’immaan sababa hanqina nyaataatin dhiibbaan irra gahuu deeggaruuf itti yaadamee kan dhiyaateedha jedhan.
Gareen shororkeessaa ABUT nyaata daa’immaanii kanneen saamuun hidhattootaa isaaf hiraa jiraachuu ragaan tibba kana dirree adda waraanaarra argamee ni ifoomasa jedhan obbo Darajjeen.
Maddi:-DHPI
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.