ABUT haleellaa shororkeessummaa Dabra Taabooritti raawwatee sadarka idil addunyaatti duulli mormii Twiitara eegale
Finfinnee, Hagayya 14, 2013 (FBC)- Guyyaa kaleesaa gareen ABUT haleellaa shororkeessummaa Dabra Taabooritti raawwatee sadarka idil addunyaatti duulli mormii Twiitara eegaleera.
Duulichi #DebreTabor jedhamu fayyadamuun ergawwan hedduun Twiitaran lammiilee Ityoophiyaa tamsa’aa ture.
Twiitaroonni kumni 12 ol Ityoophiyaatti, Ameerikaa, Biriitaaniyaa, Jarmaan, Fiinlaandii fi biyyoota biroo qaqqabaa jira.
Ergaawwan darban %99 afaan Ingiliffaan kan tamsa’ee yoo ta’u, kanneen hafaan ammoo Afaan Amariffaniidha.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.