Abbootiin qabeenyaa lammiilee hongeen miidhamaniif deeggarsa midhaanii Birrii miiliyoona 30 taasisan
Finfinnee, Eebila 4, 2014 (FBC) – Abbootiin qabeenyaa dhalootaan Gujii Finfinnee jiraatanii fi dhaabbanni Meedirook Godinaalee Gujii fi Gujii Lixaatti lammiilee hongeen miidhamaniif deeggarsa midhaan nyaataa Birrii miiliyoona 30tti tilmaamamu taasisuu isaanii OBN gabaaseera.
Ityoophiyaa:-Haa Misoomsinu,Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!
Fuula Feesbuukii keenyaan dabalataa odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.