Fana: At a Speed of Life!

Abbootiin qabeenyaa Ityoophiyaa buufata laamuutti akka fayyadaman waamichi dhiyaate

Finfinnee, Waxabajjii 18, 2013 (FBC) – Abbootiin qabeenyaa Ityoophiyaa buufata laamuutti akka fayyadaman waamichi dhiyaateera.
Itti gaafatamaan Abbaa Taayitaa Buufataalee Keeniyaa Injiinar Abdullaahii Samatar Abbootiin qabeenyaa Ityoophiyaa buufata laamuutti akka fayyadaman waamicha dhiyeessuu ragaan Keeniyaatti Imbaasii Ityoophiyaarraa argame ni muul’isa.
Ijaarsi iddoo tursa Dooniwwanii 2 yeroo dhiyootti kan xumuramu ta’uu Injiinar Abdullaahiin ibsa garee Gaazexeessitoota Ityoophiyaa buufata Laamuu daawwataa jiruuf ibsa taasiisaniiru.
Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraamahttps://t.me/afanoromofana
Yuutyuubiihttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.