Fana: At a Speed of Life!

Abbootiin Gadaa, Abbaan Malkaa, Abbaan Muudaafi Haadholiin Siinqee malkaa bu’uuf Mijuu eebbiffachaa jiru

Finfinnee, Fulbaana 25, 2017 (FBC) – Ayyaanni Irreechaa Hora Finfinnee bara 2017 sirnoota garaagaraan kabajamaa jira.
Irreechi bara kanaa mata duree ‘Irreechaa keenya haaromsa Aadaa Keenyaaf’ jedhuun kabajama.
Kabaja ayyaana irreechaa hora Finfinnee bara 2017 tiif Abbootiin Gadaa, Abbaan Malkaa, Abbaan Muudaafi Haadholiin Siinqee malkaa bu’uun dura mijuu eebbifachaa jiru.
suuraan:- OBN
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.