Fana: At a Speed of Life!

Abbootiin amantaa fi dargaggoonni Addabaabayii Masqalaa qulqulleessan

Finfinnee, Fulbaana 15, 2014 (FBC) – Ejansiin Bulchiinsa balfa gogaa magaalaa Finfinnee Yaa’ii dhaabbilee amantaa waliin ta’uu kabaja Ayyaana Daamaraaf Addabaabayii Masqalaa qulqulleessaniiru.
Duula qulqullinaa kanarratti hoggantoonni olaanoon bulchiinsa magaalaa Finfinnee, Miseensonni Yaa’ii Dhaabbilee Amantaa, qindeessitoonni kutaa lallaba mana Amantaa Ortodoksii Ityoophiyaa, dargaggoonni tola ooltootaa, Ambaasaaddaroonni qulqullinaa, Artistoonni bebbeekkamoon, Atleetoonnii fi kutaaleen hawaasaa garaagaraa hirmaachuu ragaan Waajjira Seekretariyaat Preesii magaalaa Finfinneerraa argame ni muul’isa.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.