Abbaan taayitichaa Geezexeessitoota yaa’icharratti hirmaataniif haala mijataa uumaa jiraachuu ibse
Finfinnee, Gurraandhala 10, 2015 (FBC) – Abbaan Taayitaa Miidiyaalee Ityoophiyaa Geezexeessitoota yaa’ii Gamtaa Afrikaarratti hirmaataniif haala mijataa uumaa jiraachuu beeksise.
Geezexeessitoota biyya keessaa fi alaa Yaa’icha gabaasaniif haala mijataa uumaa jiraachuu himeera.
Hanga ammaatti Gaazexeessitoota yaa’icha gabaasuuf galmaa’an 852f Baajii laachuu ibseera.
332 kan biyya keessaa ta’uu fi 450 kanneen biyyoota garaagaraarraa dhufan ta’uu isaanii ragaan Abbaa Taayitichaarraa argame ni mul ‘isa.
#Ityoophiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.