Fana: At a Speed of Life!

Abbaan qabeenya obbo Sayiid Daamxoo Ilma ajajaa dhibbaa Geetaachoo Morodaa Biiniyaamiif Birrii kuma 500 guumachan

Finfinnee, Muddee 12, 2014 (FBC)- Abbaan Qabeenyaa Obbo Sayiid Daamxoo Ilma ajajaa dhibbaa Geetaachoo Morodaa Biiniyaam Geetaachoo (Abbaa Biyyaatiif) Birrii kuma 500 gumaachuun, akka seera Sirna Gadaa Oromootti fudhatanii guddisuun ilma taasifachuuf waadaa galaniiru.

Sagantaa kennaa kana istuudiyoo Finfinnetti OBN kan qopheessee yoo tahu, Maanaajimantiin OBN gama isaatiin, ilma gootaa kan tahe, Biiniyaam Geetaachoof Birrii kuma 200 gumaachuusaa Daayreektarri olaanoo OBN Gaazxeessaa Zinaabuu Asraat himaniiru.

Kana malees, maatii Gaammee OBN godhachuun hanga dhumaatti daa’ima goota kanaa kunuunsuuf waadaa galuusaanis himuu OBN gabaaseera.

Naannoo keessan eegaa!

Gara adda waraanaatti duulaa!

Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.