Fana: At a Speed of Life!

Abbaan murtii atileetiksii fi leenjisaan obbo Isheetuu Bayyuu boqatan

Finfinnee, Amajjii 21, 2013 (FBC)- Abbaan murtii atileetiksii fi leenjisaan obbo Isheetuu Bayyuu addunyaarra kanarra du’aan boqachu Federeshiniin Atileetiksii Ityoophiyaa beeksise.
Obbo Isheetuu Bayyuun dhibee irra bubbuleen hospiitaalaa Yakkatit 12tti yaalama turaanii kaleessa halkan Amajjii 20, 2013 lubbuun isaanii darbeera.
Guddina atileetiksii Ityoophiyaa keessaatti shooraa olaa akka qaba federeshinichi beeksiseera.
Naannoo Oromiyaattis waldaan abbootii murtii atileetiksii akka hundeeffamu taasisuun hogggansaan hojjeta turaniiru.
Federeshiniin Atileetiksii Ityoophiyasa boqachuu obbo Isheetuuf gadda itti dhaga’amee ibseera.
Fuula Feesbuukii Keenyan Dabalata Odeeffannoo Waqtaawaa Argachuuf;
Teelegraama Keenya Https://T.Me/Afanoromofana Subiskiraayib Godhaa.
Karaa Yuutyuubii Keenyan Nu Hordofuuf FBC Afaan Oromoo Https://Www.Youtube.Com/C/Fanabroadcastingcorporate/ Subiskiraayib Godhaa.
Karaa Marsariitii (Weebsaayitii) Keenya Fanabc.Com/Afaanoromoo Nu Hordofaaa.
Twiitara Keenya Https://Twitter.Com/Fanatelevision Nu Duukaa Bu’aa
Yeroo Maraa Nu Waliin Waan Taataniif Isin Galateeffanna.!
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.