Fana: At a Speed of Life!

Abbaan Alangee FDRI raawwii hojii baatii 9 gamaaggamaa jira

Finfinnee, Eebila 26, 2012 (FBC) – Abbaan Alangee FDRI raawwii hojii baatii 9 dhaabbilee waamamoof dhiyeessaa jira.

Walga’ichi Hoteela Sharaatanitti, bifa addaatin akkaataa labsii yeroo ariifachiisatiin weerara vaayrasii koroonaa ittisuuf ba’een eeyyamsiifameet gaggeeffamaa jira jedhan haati alangee waliigalaa aadde Adaanach Abeebeen.

Gabaasichaan laafinaa fi ciminni waajjira olaanaa fi dhaabbilee waamamoo ilaalamee kan gamaaggamamu ta’a.

Kallattiin gara fuula duraas ni kaa’amaan eegama.

Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.