Fana: At a Speed of Life!

Abbaa dhabuun nama gaddisiisa, abbaan gaaddiduu fi da’oodha-Kaardinaal Birhaana Iyyasuus

Finfinnee, Bitootessa 3, 2014 (FBC) – Abbaa dhabuun nama gaddisiisa, abbaan gaaddiduu fi da’oodhas jedhan Phaaphaasiin Mana Amantaa Kaatoolikii Kaardiinaal Birihaana Iyyasuus sirna gaggeessaa reeffa Abunee Marqooreewoos argamuun gadda itti dhaga’aamee ibsaniiru.

Kaardinaalichi ergaa dabarsaniin, Eebbifamoo Abunee Marqooreewoos abbaa guddadhaa  turan jedhaniiru.

Itti dabaluunis Abbaa dhabuun nama gaddisiisa, abbaan gaaddiduu fi da’oodhas jedhaniiru.

Yeroo amma kanaas Ityoophiyaatti hoongee fi rakkoowwan biroo jiran ibsun, Abunee Marqooreewoos kanaf uumaaf ni yaadachisuu jechuun himuusaanii TOI gabaaseera.

Haaluma walfakkatuun Preezdaantiin Gamtaa Mana Amantaa Guutuu Wangeelaa Paastaar Tsaadiquu Abdoon, Abunee Marqooreewoosirra daandii nageenyaa fi dhiifamaa baruun waloon hojjechuu qabna jedhaniiru.

Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.