Fana: At a Speed of Life!

Aartiist ‘Giraand P’ Paarkii Tokkummaa daawwate

Finfinnee, Gurraandhala 2, 2014 (FBC) – Namoota hedduun ‘Giraand P’ jedhamuun kan beekkamu lammiin Giinii Aartiist Muusaa Saandiiyaanaa Kaabaan Paarkii Tokkummaa daawwateera.
Aartiist ‘Giraand P’n guyyaa kaleessaa Finfinnee kan gale yoo ta’u, guyyaa har’aa Paarkii Tokkummaa daawwateera.
Aartiistichi damee Siyaasaa fi Taatoon himaannaa qabuun Giinii fi sadarkaa idil addunyaatti beekkamtii olaanaa argateera.
Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.