Fana: At a Speed of Life!

Aarsaan raayyaa ittisa biyyaa tokkummaa Ityoophiyaaf waan ta’eef kabaja raayyaa ittisa biyyaaf nan dhaabbadha-obbo Haayilamaariyaam

Finfinnee, Sadaasa 8, 2013 (FBC)-Muummeen Ministiraa duraanii obbo Haayilamaariyaam Dassaaleny ummanni deeggarsaa fi kabaja raayyaa ittisa biyyaaf taasisaa jirutti makamaniiru.
Obbo Haayilamaariyaam fuula Twiitara isaaniitin akka ibsanitti, kabaja Raayyaa Ittisa Biyyaaf nan dhaabbadha jedhaniiru.
Arsaan miseensa raayyaa ittisa biyyaa tokkummaa Ityoophiyaafi nageenyaan akka itti fuftuuf kan taasisuu waan ta’eef kabaja raayyaa ittisaaf nan dhaabbadha jechuun ibsaniiru.
Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.