Fana: At a Speed of Life!

Aanaalee Madda Walaabuu, Harannaa Bulluqii fi Dalloo Mannaatti akkaataa sirna Gadaa jabeessuun danda’amurratti yaa’iin Ardaa Jilaa Hagayya Goorrasaatti taa’ame

Finfinnee, Muddee 1, 2014 (FBC) – Tumaalee Abbootii Gadaa Sikkoo Mandoo hordofee, Aanaalee Madda Walaabuu, Harannaa Bulluqiifi Dalloo Mannaatti akkaataa sirna Gadaa jabeessuun danda’amu irratti yaa’iin Ardaa Jilaa Hagayya Goorrasaatti taa’ame.

Yaa’ii kanaanis Sirna Gadaa godinichaa duudhaasaatti deebisuu, Mana Murtii aadaa hundeessuu fi ijoolleen bosona jiran gara qe’eetti akka deebi’aniif gaafatuutu taa’ame.

Sirna kana irrattis kormi falaa qalamuun yaa’ichi milkiin xumurameera.

Waamicha kan hordofee Aanaa Harannaa Bulluqitti miseensonnii garee shororkeessaa Kawaarijjaa 5 karaa nagayaatiin hawaasatti makamuu OBN gabaaseera.

Naannoo keessan eegaa!

Gara adda waraanaatti duulaa!

Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.